ለንደን ሰኔ 25, 2012
ሰኔ 22, 2012 በወንድማችን አርቲስት ሓጫሉ ላይ በተፈጸመው አሰቃቂ ግድያ፤ከዚህም ጋር በተያያዘ
የብዙ ወገኖቻችን ሕይወት መጥፋት የተነሳ ጥልቅ በሆነ ሐዘን ውስጥ እንገኛለን።
ዳግም የወገን ደም በከንቱ እንዳይፈስም ሆነ የሃገርም ሰላም እንዳይደፈርስ፣ ሁላችንም የሚጠበቅብንን
እንድናደርግ በዚህ አጋጣሚ እያሳሰብን ለአርቲስት ሓጫሉ ቤተሰብ፤ እንዲሁም ህይወታቸው በከንቱ
ላለፈው ወገኖቻችን ቤተሰቦችና ለመላው የኢትዮጵያ ሕዝብ መጽናናትን እየተመኘን፣ ከልብ የመነጨ
ሐዘን እንደተሰማን እንገልጻለን።
ፈጣሪ ነፍሳቸውን ይማር፤ በገነትም ያኖረው ዘንድ እንጸልያለን።
Onkololeessa 25, 2012
London
Ibsa gadaa ajjeechaa artisti beekama fi jaalatamaa Haacaaluu Hundeessa fi namoota lubbuu isaan dhabaan ilaalchisuun koomiteen waliigalaa Itiyoophiyaa kan nagaa fi araaraa kenne.
Onkololeessa 20, 2012 obboleessa keenya Haacaaluu Hundeessa irratti ajjeechaan suukaneessaan raawwatameeni fi kanumaan walqabatee badii lubbuu namoota heddu tiin kan ka’e gadda guddaa keessati argaman.
Kana booda dhiigni nama kamiyyuu akka hin dhangaloofnee fi nageenyi biyaa akka hin dhangaloofnee nageenyi biyyaa akka hin boorofnee hundumti keenya xiyyeeffannoon gahee nurraa eegamu akka raawwannu yaadachiisaa, maatii Artisti Haacaaluu Hundeessaa fi maatiiwwan sababa Kanaan lubbuu isaanii dhaban hundaa akkasumas uummatoota Itiyoophiyaa hundaa jajjabina hawwaa!
የተባበሩት ኢትዮጵያውያን የሰላምና የእርቅ ኮሚቴ
የኢትዮጵያ ዓለም አቀፍ ባለሙያዎች ድጋፍ ለአባይ (ኢፕሳ)
ኢትዮጵያውያን ለኢትዮጵያውያን በዩናይትድ ኪንግደም
Global Knowledge Exchange Network (GKEN)